የምዝገባ ግዜ በተመለከተ በቀጣይ እናሳዉቃለን።
ለበለጠ ማብራሪያ በስልክ ቁጥር 0913227450 ይጠይቁ። |
Isiin iddoo adda addaa jiraattanii, Kolleejjii Saayinsii Fayyaa Hararitti sagantaa "Post Basic" n galmooftanii barachuuf qaamaan dhiyaattanii iyyachuu kan hin dandeenye, filannoo biraatiin "Start Application" armaan olii irratti ragaalee keessan Scan gochuun:
- Ragaa barnootaa kutaa 8ffaa irraa eegalee
- COC Sadarkaa 4ffaa
- Muuxannoo hojii waggaa tokkoo fi isaa ol
- Liqii nagahee baankii kan kaffaltii iyyannoo qarshii 200, Baankii Daldala Itiyoophiyaa /1000017587858 CBE/ HARAR HEALTH SCIENCE COLLEGE) irratti kaffalame akka galchitaan kabajaan isiniin beeksisna.
- Yeroo Barnonni egallu ilaalchisee gara fuulduraatti kan beeksifnu ta'a
- Ibsa dabalataatiif lakk. bilbilaa 0913227450 irratti gaafadhaa.
|